"Fuula haaraa argitu"_Daraartuu Tulluu @FOLLOWME FCOIN
Dr. #Ashabbir akka aangoo gadi hin dhiisne ifatti ibsatee jira. Kana hordofee #Daraartuu_Tulluu hoo maal jetti?
Dorgommii olompiikii #Paaris miilanaa hordofuun dhimmi #Atileetiksii Itoophiyaa kun ijoo dubbii ta'eera.
Dr. Ashabbirri aangoo akka gadi hin dhiisne yoo ibsan, #Daraartuu_Tulluu ammoo, "Fuula haaraa argitu" jetti. Daraartuun ibsa isiitiin kunoo ji'a Oknkoleessaafi sadaasaa fuldura keenna jiru kanuma keessa fuula haara arguuf jiru jetteerti.
Akkasumas Dorgommii Olompiikii Paarisii miilanaa irratti qabxii biyyiifi atileetonni galmeessanitti uummanni waan gaddaniif uummatas dhiifamsa gaafattee jira.
免責事項:本記事で述べられている見解は著者の見解のみであり、Followmeの公式見解を反映するものではありません。Followmeは、提供された情報の正確性、完全性、信頼性について一切責任を負いません。また、書面で明示的に記載されている場合を除き、本記事の内容に基づいて行われたいかなる行動についても責任を負いません。

古いコメントはありません。ソファをつかむ最初のものになりましょう。